

Akkaataan lafa, aadaa fi afaan isaa Oromoo Afrikaa keessa dabre immoo addunyaa keessatti akka beekamtu isa godheera. Gaanfa Afrikaa keessa Oromoon saba kushii dubbatu guddicha dha.

Ummatni Oromoo kaabaan hanga Tigraay, kibbaan hanga Keeniyaa faffaca’ee argama. Ummatni Oromoo ummata afaan kushi dubbatu kan bahaa fi kaaba baha Afrikaa keessatti argaman keessaa tokko dha. Afaan dubbatamus Afaan Oromoo jedhama.Afaan oromoo afaan Hawusaafi Arabiiffaati anee sadarkaa sadaffaarraati argama. Har’a baayyini ummata Oromoo miliyoona 40 oli dha. Akka Qo’annoo bara 1994 (akka dhaha Giriigooriyaanitti) baay’nni ummata Oromoo dhibbantaa ummata Itoophiyaa 32.1% qabata. Sabni Oromoo saba Itoophiyaa keessatti baay’ina ummataan tokkoffaa irra jiru.

Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20 Ffaa Series Of Grades.Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20 Ffaa How To Bolster And.Oromoon saba Afrikaa keessa jiraatu, kan Itoophiyaa keessaa fi haga xiqqoo immoo ummata Keeniyaa fi Somaaliyaa keessatti argamu dha. Photo: Ethiopias Oromo people made headlines around the world when peaceful protests turned violent against government land use changes, prompting a state of emergency. The announcement was made during the 11th session of UNESCOs Intergovernmental Committee for the Safeguarding of Intangible Cultural Heritage, held in Ethiopia. Sara Dubee, head of the West Arsi Culture and Tourism Office, said the Oromo people have been subjected to marginalization and subjugation during the former regimes. Researchers say western democracies are deficient in distributing power. Those in power control most of the authority and wealth of the country. The young, poor and the elders are politically and economically marginalized in Western democracies. Researchers say Gada believes in rigorous practical testing of candidates before they assume office, unlike western democracy, which relies almost exclusively on election. We believe the values attached to the Gada system deserve to be safeguarded, nurtured, shared and spread across the world, said Hirut Woldemariam, culture and tourism minster, Ethiopian Herald reported.

The adoption would increase our responsibility of safeguarding and promoting the convention, the system would be a center of tourist attraction. Seenaa Oromoo Hanga Jaarraa 20 Ffaa How To Bolster And UNESCOs inscription could overturn the business-as-usual way of handing the values of the heritage. The government and research institutions should look ways how to bolster and promote the assets of (gada) system. The Oromos have original and unique heritages that could take into account the whole form of life.
